Daily News From Oromia by Abse...YOO OF TA'AAN WAL TA'U.....
“Yoo of ta’aan wal ta’u. Yoo walta’an abbaa waan ofii ta’u” Irreecha Tulluu kan Jimmatti kabajame irrattk kan dhihaate. Dubbij har’aatif kun deebiidha. Of ta’uun bu’ura waan hundaati. Of ta’uun sabboonummaadha. Sabboonaa ta’uun xiqqaachuu osoo hin taane of ta’anii saba ofiitin boonuudha! H