"Harargee Lixaa Aana.....

DAiLY NEWS....  "Harargee Lixaa Aana Habroo keessatti ammalle Yeroo Kanatti
Qoomoota OPDO Dulloota Keessaa Warreen
Bilisummaa Oromoo Kana Ijaan Arguu Hin
Dandeenyeetu jira kaneen akka #Yahaya_Kamal
#Abdi_Amiinoo
#Mohammad_Umar
Jarreen kun qamma kommadi posti waliin tahudhaan. dhiibaa
ummattaran gaha jiran.
Namoota sababaa kommadii postitin mana ofii hojjii ofii
dhiisee dheffa bakka birra jirata jirutu jira.
isaan keessa namootta kommadii postin barbadamma jiru.
#Ahmad_Jundii/ Bulchaa Aana Habro.
#Ahmad_Siraj /jiratta magalla waccu.
#Abdis_Taju_Hamza /Kanttiba magalla waccu.
#Gelasa_Siraj /Hojjatta motumma.
#Tujii /Hojjata motumma.
ijollen tun ummatta keenya somallee Ethiopia irraa
buqqiifamanif gargarssa ummatta keenyaa irraati adda
durumman waan hirmattanii guraniif. jechaa issan barbbadaa
jiran.
jollee tana. Mindaan issanitis jalaa qabameet jira..
Halan rakkoo keessa jiran.
Qamnii Motumma Nannoo Oromiyaa Hatatamman jara kana
furmatta akka godhaniif."

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa