Daily News From Oromia by Abse.

Daily News from Oromia ....... Video daawwatamuu qabu. Oromoonni Harargee irraa bara 1997 A L H Waggaa 11n dura godina Oromiyaa birootti godaansifaman gariin rakkoo himataa jiran(guutuu OMN irratti eegaa). Kuni Oromoota godina Baalee Aanaa Agarfaa magaalaa Shanakaatti mootummaan lafa isaanii investeraaf kannee isaan maatii waliin alatti faacaase. Deeggarsaafi abdii 1 malee guyyaa 4 bulchinsa aanaa dura roobaafi aduu keessa galaa jiran. 😣

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa