ddu BirraGamadii Nugahee Namoonni Hedduun Jidduu kana Akka natti Gadditan Gama keessaatiini Natti Dubbataa Turtan Argeeraa Garuu ‘Wanti Ani godhe Hammana Hunda isin Gaddisiisaa jedhe hin Yaanne
Oddu BirraGamadii Nugahee
Namoonni Hedduun Jidduu kana Akka natti Gadditan Gama keessaatiini Natti Dubbataa Turtan Argeeraa Garuu ‘Wanti Ani godhe Hammana Hunda isin Gaddisiisaa jedhe hin Yaanne
Hiriyoonnii, Firroottaan ,Namoonnii hedduun Gama keessaatiini yaadaa bilchaataa fi fudhatama qabu Akkasumas Akkaataa fi Haalaa Nama gammachiisuun naaf ibsitan hedduu galatooma baguma isin Qabaadhe
Namootaa Akkanaa qabaachuu caalaa wanti Nama gammachiisuu hin jiru Kanaafu Anillee gorsaa keessan fudhadheera Wantootaa jidduu kana maxxansaa ture hundaa ni Kaasaa
Akkasumas dhiifamallee naa godhaa isiniini jedha
Namootaa jidduu kana Waan Ani godheefi immoo deebiin keessaan Arraabaafi jechoota safuu hin eegne darbataa turtan hundaa keessan baguma isin Argee Baayyeen isinitti gaddee dhugaa Adunyaa kanarattii Jibbaan Jaalalaa mo’atee hin beekuu Waan namni qoosaa maxxansellee fuutaanii hafarasitan
Baga Addaan isin baafadhe maraafu Hanga Birra show walittii deebinuttii yeroo gaarii qabaadha daqiiqaa muraasaa boodaa live isa dhumaa isiniifi waraabaa Achirattii wal Arginaa yeroo gaarii qabaadha

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.