Kunis deebii gaariidha

Kunis deebii gaariidha. Labsiilee kana kaasuuf hojjatamaa jiraannaan waan nama abdachiisuudha. Ammoo yeroon cehuumsaa hedduu gabaabaadha. Yeroo cehuumsaa keessatti ji’a sagala dhiisii guyyaan sagaluu dheeraadha. Cehuumsi hedduun yeroo waggaa takkaa keessatti gofachiifama. Labsiilee kana kaasuufi kanneen birootin bakka buusuuf saffisaan hojjatamuu qaba ni danda’amas. Dhugaatti hojiin kun waan hunda caalaa dursi kennamuufi qaba.

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa