Rakkon Jawar Mohammed qabu waggaa 10 nu durse yaadudha. Hubannoodhaf; JM hayyuu siyaasati
Rakkon Jawar Mohammed qabu waggaa 10 nu durse yaadudha. Hubannoodhaf; JM hayyuu siyaasati. Nama hujii saba hujii ofii godhate sa’a 24 hojjattu. Muuxxannoo yeroo dheertuu fii Qori-Qalbii siyaasa wayyanoota akka gaaritti gadi-faggeenyan hubatu. Dabalataanis nama odeeffannoo keessa beeku. Dhiheenya kana yeroo Jawar OPDO fii Muumicha Minsteera Dr Abiy Ahmed qeequ namoonni heddun ni guungumu. Jawar waan OPDOn yeroo dabarte hojjataa turte, tan amma hojjata jirtu fii hojjatu teessulee nama dursee hubatu. Kanaafu qeeqinni inni OPDO fii MM Dr Abiyillee qrrqu jara ni jabeessa malee hin laafissu ittin rakkatinaa. Kana ammo hujii isaatu isaaf ragaadha. Duula OROMO FIRST irra hanga ammatti hujii inni ummata keenyaf hojjate Galmee Seena keessa irra deebi’a laala.
*Kun hundi tikka Qabsoo Oromootiif!!
*Kun hundi tikka Qabsoo Oromootiif!!
Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.