#ODUU #GADDAA #AMMA #NU #GAHE Obboleessii Aartiisti #Haacaaluu Hundeessaa
#ODUU #GADDAA #AMMA #NU #GAHE
Obboleessii Aartiisti #Haacaaluu Hundeessaa
#Sintaayyoo Hundeessaa du'aan adunyaa kan irraa boqate. #R.I.P
Naannoo Amaaraa Magaalaa Dajanitti Kibxata darbe balaa tasaan addunyaa kanarraa boqootera. Sirni Awwaalchaa isaa Magaalaa Ambootti boruu 24/12/2010 (Kamisa) ni gaggeeffama.
Haacaaluu fi maatii isaaf jajjabina hawwina.
Maddi:- #Artisti Tsaggaayee Daandanaa(Sayyoo) irraa

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.