Liyuu policee Oromian Hin Qabduu.

Qabsaawotni gameeyyiin Oromoo qabsoo hadhaawaa baroota hedduuf gaggeessaniin dhaloota diina nyaate (qeerroo) uumuun diinni akka laamshayu taasisaniiru. Kuni hojii seenaa qabeessa. Gaafiin jiru garuu.. aangoo/hoggansaa fi qabsoo dhaloota haaratti kennanii yoomi gorsaa ta’anii yoomi soorama bahu? Moo hanga aangoo argatanitti tasuma qabsoo fi hoggansa dhalootatti hin dabarsan? Osoo dabarsanii garuu gorsaa ta’anii bara baraan gootummaa fi aarsaa isaaniin farfamaa jiraatu ture.

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa