OSOO SII TATEE MAL GOTTU JAALALAA AKANA KANA ?

Osoo Sii Tatee Mal gottu JAALALAA Akana kana ?

Ana wagaa 17 intaloo takaraa jaalalii na qabee, dubaa yerroo kana anis akan isii jaaladhuu iti himu sodadhee wagaa toko gutuu dukaa ishee demaa turee.

  Yerroo kan Mucan toko ishee aka jaalatee dhagaheen martuu gahee sahiba/Wailaa kotin mariyadhee kanin duran isumatuu himu sodadhee ama nattii jabanan itti himee akan micayoo san jaladhee fii Namnii birotis aka Naduraa ishetii himatee jaalalaa walin egalan hubadhee himef.

  Yerroo kana Wailii kos Nijalataa jee nagaftee anis kun mal gafii qabaa jenii debisef, yerroo kana Hayee nukasii nan jee esa demnaa jee gafanan ishee biraa demnee itti himnaa nan jedhus an sodadhee turee.

  Yerroo kan guyyaa 2 bodee kararattii walitii dhufnee kan ishee walin demus sahibuma kankotii.

  Anileen Akan an ishee jaaladhuu wan itti himaa jiruu faa natti fakatee turee. Garuu dubin bodee Wan biroo tatee natti dhuftee.

  Yerroo garaa sa'attii galgalatii sahibaa kan kootif dawaluu yalulee argachuu hin dandenyee, inis anan wal argu hin fenee wan turef.

 Turtii Torbee tokotin bodaa italaa walin wal garee cafe toko keessatti ishenis kopa wan turtef anis kopa kon turee akuman ol senen ishee argee ido biro ta'uf yoon demuhdemu harkaa olkastee na wamtee anilen gamadee ofumaa ko keessattii Garaa ishee demee salamee dhabadhee ishenis lafaa katee kotu tefadhuu malee nan jatee anis gamachuu dangaa hin qabneen tefadhee walin tapachuu egalee.

 Kanuma keessa oso tapataa jiruu wa'ee boyfriend fi Girlfriend egalee atti jaalalee ni qabdaa jatee na gafanan laki hin qabuu ganumaa lalachaa jiraa jedheni atti ho maree ni qabdaa jedhee gafadhee mali aka nama hin beknee malif na gafataa nan jatee.
 Anis laki dhugumaa kotii wanin beku toko hin jiruu jedhee debisef akamitti jatee bodee hayee ama nagalee jiraa jatee aka nama mufatee tatee ustee.

Osuma walin tenyuu sa'attin 3 taree yerroo kan anis wanin demu fedhef hayee gaa wal garaa jedhenii ol kee mee xiqoo ta'ii wanan siif himu fedhutu jiraa nan jatee.
 Yerroo kan anis wanan dangaa malee ishee jalachaa turef tefadhee caqasuu egalee akan nan jatee an wagaa tokon duraa sii jalachun turee garuu sii sodadhee gara sahiba ketitin siti dhihachu murtesen turee.

Garuu wanin an isara dhagahuu aka attii jaalalee qabdufii nama aka kankotitif baka aka hin qabnee naf himee tahulee ji'otaa murasan bodaa amalee debi'ee isuma kanan aka lkkf bilbilaa kankee aka naf keenu gafadhen turee hatahu garuu argachu hin dandenyee turee.
 
 Wani ini nan jedhus aka attii isan wal dhabdan sababa number isa namaf kenu iratii naf himee turee anis abdii kutee ofiraa dhisee sitii himachus sodadhee dhisee, ji'aa tokon duraa ama inii aka na jaalatee naf himee anilen wanan diduf wan hinjiref hayee tolee jedhenii ama kuno walin jiraa amahu kanan as dhufef isatu asitii na wamee turee malif aka hin hafee nagalee jatee naf himtee.

  Mee oso sii tatee mal gottuu?

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa