Nafxanyaa

Nafxenyoottin wan biraa bira dabranii maqa soreessa  jaarraa abbaa gadaatilee kan du'ee qabrii jalaa jiruu jalaa bahuttin jiruu bakka inni jiruu bekkani maqa issatin tabattan rabii janattan sihaa qananisuu silaa laman du'ani oromo tokummaake jabeefadhuu dinii qaawa akka hin arkkanee irre tokko yeroon taatan amma ololii qabsoo dhiiga ilman oromootin as gesse ifdubaa hindebiftuu  gadaan kenyaa tokumma jabeesaa!!

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa