MM Abiyyi Ahmed magaalota adda addaa daawwachuun haasawa godhee
Daily News From Oromia.
MM Abiyyi Ahmed magaalota adda addaa daawwachuun haasawa godhee ummataa wajjiin marihachaa jira . Torbaan dhufu kanaas magaalaa Baalee akka dawwatuuf deemu himamama. Bakka deeme hundatti umanni baayyeen bahee MM simatee harka dhawaafii jira.:)
--
Kaanaan dura ammoo kommandi postiin hoggantoota OFC Naqamte dhaqee ummata daawwachuud deemu humnaan dhoorkitee akka Fiinfinnetti deebi'an gootee lubbuu namaa galafachuun isaa ni yaadatama.
--
ADWUI 'n labsii yeroo hatattamaatiin mormitoonni akka ummataan walhinargine dhoorkaa ofiif ammoo marii adda addaa ummataan wajjiin godhaa akkamiin dirree siyaasaa ballisuuf deema?

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.