JAWAR MOHAMED IS GOING TO MAQALEE VERY SOON...

Milkiin nuuf galii

Maqaleen Ilmaa Abbaa Gadaa Jawar Mohammed Simaachuudhaaf qophii gochaa jirtii. Guyyaa Roobii deema. Presidentii Naannoo Tigraay Dr Debrastion waliin marii ni godhaa.

Barii guyyaa kamisaa hayyoota Yuunivaarsitii Maqalee waliin marii ni godha, gaafii ka'uuf deebii ni keenna jedhame eeggaama.

Akkaanattii biyyaa ijaara, sileetin deemnaa, warrii ESAT torbee kana of ajjeessuu isaani hin oluu.

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa