Har'a Allaamaaxaa (lafa Raayyaa) keessatti Amaarrii fi Tigreen wal haleelteetti. Wari Amaaraa ummata naannoo wal gahii waaman
Har'a Allaamaaxaa (lafa Raayyaa) keessatti Amaarrii fi Tigreen wal haleelteetti. Wari Amaaraa ummata naannoo wal gahii waaman.
Polisoonni Tigrraay ammoo wal gahiin sun seeraan ala jechuun wrra wal gaherratti dhukaasa bananii lama irraa ajjeesan.
Dubbii jarjarsaadhaan qabamnee dhimma Raayyaa boruuf ol kaayyannaan jarri gowwaan lafa abbaa qaburratti wal afuufaa jirti.
Polisoonni Tigrraay ammoo wal gahiin sun seeraan ala jechuun wrra wal gaherratti dhukaasa bananii lama irraa ajjeesan.
Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.