#Boojii_Dirmajii (via inbox) "G/W/Lixaa Aanaa Boojji Dirmajjii keessatti wanti ta'aa jiru waan addaati.

#Boojii_Dirmajii (via inbox)

"G/W/Lixaa Aanaa Boojji Dirmajjii keessatti wanti ta'aa jiru waan addaati. Har'a ganama namoota keenya rasaasaan rukuttan isaan keessaa tokko kora bittinneessaa dha. Maqaan isaa Dabalaa jedhama. Yeroo ammaa hospitaala Gimbii ciisee wallaanamaa jira. Galgala kanammoo uummatni 'meeshaa nuuf kennaa; ummata keenyaaf  birmannaa,' jedhee waajjira poolisii aanaa Boojji Dirmajjii dhaqnaan korri bittinneessaa uummatatti dhukaasee, kan du'es jira. Maqaan isaa Taarikuu jedhama. Kanneen biroon miidhamanis jiru. Iyya dabarsi, adaraa."

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa