Biyya kana Oromoon akka bulchaa hin jirre reefu natti mul'achaa jira

Biyya kana Oromoon akka bulchaa hin jirre reefu natti mul'achaa jira, kana mara gowwoomuun keenya anaafuu gaafiidha, osoo Biyyi kuni kan Oromoon hoganamaa jiru ta'ee Oromoon akkasitti guyyaan ajjeefamaa guyaadhaan lafa isarraa buqqaafamaa daandii irratti beelaaf dheebuufi qorraan daa'immaniif manguddooniis nu jalaa hin boo'aan
Oromoon ammaas dhiichisaaf osoo hin ta'in qabsoodhaaf qophaa'uu qaba.
Bilisummaan kanaa miti
Kuni boqonnaa haraadha

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa