Breaking News from Ethiopia right now....
Breaking news
Dr.Abiy Ahmed mummee minsteera xoophiyaa fi hogganaan paartii ADWUI walga'ii dhaabbatummaa 11ffaa boruuf magaalaa HAWAASAAtii taa'amu irraatii hirmaachuufii marsaa itti aanuuf filatamuuf ODP qaadhimamee harra galgala kana magaalattii seene.
Nuttiis carraa gaarii hawwinaaf goota keenya ilma abbaa gadaa kanaaf.

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.