Oromoon hundi basaasaa ta’uu qaba. Oromoon hundi humna tikaa fi nageenyaa ta’uu qaba. Bakka jirutti gurra diinatti qabee shokoksaa fi shira diinaa dhageeffachuu qaba.
Oromoon hundi basaasaa ta’uu qaba. Oromoon hundi humna tikaa fi nageenyaa ta’uu qaba.
Bakka jirutti gurra diinatti qabee shokoksaa fi shira diinaa dhageeffachuu qaba.
Simannaa fi simatamuu, shubbisuu fi shubbisiisuun gabaabbachuu qaba. Bara 1991 Osoo Oromoon bilisoomne jedhee shubbisu diinni halkanii fi guyyaa ijaaramee bilisummaa dhalatte yeroo muraasa keessatti gabrummaa haaratti nuuf jijjiire. Ammas Yaa Oromoo..
Yeroo bilisoomne jennee shubbisa itti fuufnu bira hin geenye. Diinni keenya ijaaramee dhufaa jira.
Yoo xiqqate waan kaleessa 4-kiilotti ta’e irraa Oromoon osoo hin dhagahinii fi itti hin qophaayin diinni masaraa mootummaa weeraruuf dhufe.
Oromoo dammaqi. Shubbisa gabaabsi. Gurraa kee diinatti qabi. Odeeffannoo hatantamaan waliinis mootummaanis dhaqqabi.

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.