#Eessa_jirtii? "Simmanyi Dayyaasaa ykn Hawwii jedhamti
#Eessa_jirtii?
"Simmanyi Dayyaasaa ykn Hawwii jedhamti
, Jiraattuu Amboo yoo taatu, Fincila bara 1998 keessa humna tika wayyaaneetiin qabamtee mana hidhaa qaallittii seentee turte. Yeroo muraasa booda mana hidhaa keessaa baatee Qabsoo Adda Bilisummaa oromootti makamte. achi keessaas sababa hin beekamneen bara 2000 baatee gara Magaalaa Ambootti deebitee utuu dhoksaan jiraattuu haaluma yeroo keessa achi buuteen ishee dhabamee afe!"

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.