2018 IRREECHAA

#Irreechaa

Irreechi ijaarsa tokkummaa Oromoo qofaa otoo hin ta’iin ijaarsa biyya keenyaatiif shoora guddaa taphachaa dhufeera.
Aadaa fi eenyummaa Oromoo dagachiisuuf, cunqursuuf, waanjoo gabrummaa irratti fe’uuf waggaa dheeraa yoo taasifamaa tures , haarsaa wal irraa hin cineen sadarkaa har’aa irra geenyeerra.
Borus , ijaarsaa fi tokkummaa biyyaa keenyaa ijaaramaa jiru sadarkaa ol’aanaatti ceesisuuf akkuma Abootiii keenyaa jaalalaan ayyaana keenya kabajanna.
Dilbata Bishooftuuu Hora Arsadiitti wal argina ..!!

Irreechi Irree Keenya!
Irreechi Tokkummaa Keenyaaf!

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa