Rumana Abawaritiin Burraayyuu! Lafti keenyaa Lafee keenya! Buqqaatootni Burraayyuu irraa buqqahan Manas ta'ee qabeenyaa hin qabanu jedhamaa jira.

Rumana Abawaritiin
Burraayyuu! Lafti keenyaa Lafee keenya!
Buqqaatootni Burraayyuu irraa buqqahan Manas ta'ee qabeenyaa hin qabanu jedhamaa jira. Haata'u malee yeroo ammaa Namoota 200 ta'anuuf lafti akka kennamuuf waliif gadi fiigamaa jira. Gochi kun itti yaadamee saamicha Lafaatiif Gim 7 tiifi ashakaroota isaatiin qophaa'e.Kun yoo milkaa'eef Naannoo adda addaa irraa Namoota Mana hin qabne buqqisuun lafti akka kennamuuf godhu. Kanaafuu Qeerro tapha  dirree kee irratti siif qophaa'e karaa bilchina qabuun fuula isaanii dura dhaabbachuun injifachuu qabda. Dhimma kana sababeeffachuun Lafti k.meetirri tokko karaa seeraan alaatiin kennamuu hin qabu.

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa