Himata shoororkeessummaa namoota Boonbii Meskel adda baabayitti dhoosuun shakkaman irratti baname san keessatti maqaa ABO kaasuun maaliif barbaachise?

Himata shoororkeessummaa namoota Boonbii Meskel adda baabayitti dhoosuun shakkaman irratti baname san keessatti maqaa ABO kaasuun maaliif barbaachise? Himata yakkaa san osoo maqaa ABO'n tuqin dhiheessuun hin dandayamu turee?
Jechi himatamaa akkuma jiruun himannaa keessatti eeramuu qabaa?

Himannicha ija ogummaatiin yoon ilaalu dogogora natti fakkaata!

Jechi himatamaa akkuma jiruun himannaa keessatti hammatamuu qabaa?

Isin maal jettu?

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa