Breaking News
Oduu Gaddaa
Abbaan Dr Abiyyi Ahimad Obbo Ahimad Alii boqotan.
Abbaan Dr Abiyyi Ahimad Obbo Ahimad alii dhibamanii wallaanamaa otoo jiraniiti guyyaa Kaleesa du’aan addunyaa kanarraa boqotanii jiru.
Bulchiinsi #Aanaa Ciroo Boqochuu Obbo Ahimad Aliitti gadda itti dhaga’ame ibsaa,Rabbi jannataan isa haa qananiisu jechaa maatii fi firoottan isaaniitiif jajjabina hawwa....

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.