“Aab Jawaar erga tana nu maxxansa.
“Aab Jawaar erga tana nu maxxansa. Ummata aanaa Mooyyalee ollaa Ammaaroolee, Sigaa Boordee, Mormooraa fi Tarbee Biiqqaa irraa!
Waraanni Wayyaanee erga haleellaa yeroo dabree March 12,2018ti booda qayee ollaa keenyaa qubatee nu miidhaa jira.
1.SAFUU (CEERAA FOKKOO) teenna balleesse- fuluma barbaadee dhaabatee fincaayee udaayaa, yoo ijoolleen ila irraa deebifattu itti kobla, ijoollee dubraa qoraanii fi bisaan ergachuu dadhamne.
2.NAANNOO FAALEERA - lafti roobaa waan tayeef udaanii fincaan karaa haroo teennaatti dhiqamee bisaan dhuguu nu dhowweera. Waraanni yoo diqqaate 500 ol ta'u kun mana fincaanii hin qabu guyyaatti qayee keenna koseesaa jira.
3.BANAA fi BOBBAA nu dhowwe_ nu horsiisee bulaadha. Yoo mayeessi keenna wal jalaa hafu eegii aduun gaara irra teette barbaadachaa nuuf hin hamne, kan halkaniin deemuu humna WBO jettee dargaggoo teenna qabdi. Dabalatanis ABO fidaa jechuudhaan, akka waan nurraatti olkeeyyattee nu rakkisaa jirti. Command post in kayees ka'u baatuu, waraani kun akka qayee keenna ka'u iyya nuuf dabarsaa!”

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.