Dhalattoota ilmaan oromoo biyyoota gara Garaa irra jirtaniif dhaamsa gabaabduu

Dhalattoota ilmaan oromoo biyyoota gara Garaa irra jirtaniif dhaamsa gabaabduu Tana Dhageeffadhaa Gurmuu deeggarsa KFO idil Addunyaa tti Fi Gurmuu deeggarsa KFO biyyoota Arabaa tti makamaa.
KFO Haa gargaarruu
Haa utubnuu
KFO n ilmaan oromoo malee Qabeenya addaa hin qabu
Qabeenyi KFO Qeerroo Oromoo. Ummata oromoo BIYYA keessa jiruu Fi Ilmaan oromoo biyyoota Garagaraa keessatti faca'anii argamaniidha.
Hooggantoonni Koongiresii Federaalawa Oromoo lubbuu nuuf Sabasaaniitiif Kennan nuti ammoo waan Kiishaa qabnu waan xiqqoo baafnee Haa utubnuu.
Loomin 50 nama 50f  miidhagina
Nama 1f ba'aadha kanaaf wonti nuti haala salphaan wolitti qabnu Kun nuuf salphaadha waan nu miidhuu miti
Isaaniif garuu bu'aa guddaa buuftiif
Koottaa nutti makamaa

Worri Yaada kana fudhattan karaa messenger Akkuma tanaan duraa naqunnamaa
Lakkoofsa bilbilaa kan what's App qabu nuuf ergaa
Gara Group isin daballee woliin hirmaanna Horaa bulaa

Gurmuu deeggarsa KFO idil Addunyaa irraa

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa