ODUU GADDAA: Obbo Hirphasaa Qana'aa, abbaan qabsaa'aa Oromoo Hirohasaa....

ODUU GADDAA: Obbo Hirphasaa Qana'aa, abbaan qabsaa'aa Oromoo Hirohasaa
Gaaddisa, du'aan boqotaniiru. Rabbi jannatatti ilma isaanii waliin haa qananiisu. Maatiifi firootaan isaaniif jajjbina hawwina. Sirni awwaalchaa isaanii sanbata dhufu kana Ebla 28, 2018 raaw'ata,a. Warri naannoo Aanaa Dirree Incinnii geggessaa kabajaa akka gootaniif abdanna.
======
Adeemsuma jireenyaa ta'ee namni dhalatee hiree isaa qooddatee akkuma ganama isaaf qoodetti
du'a tasa yookii umriinis gahee du'a hin oolan. Obboo Hirphasaa Qana'aa bitootessa 19,1998 ALH erga ilmasaanii jaal Gaaddisaa H. Kichuutti dhabanii bara mootummaa kanaa gaddeebii abbaan taa'eetu dhala isaa awwaalaa yaa waaq teessiftee du'a akkamalee akkanaa kana nan agarsiisiin ummata kana yaadadhu jedhanii otoo kadhatanii guyyaan isaanii gahee jennaan gara ilma isaanii Jaal Gaaddisaa Hirphasaa, obboleessa isaanii obboo sobbooksaa Qana'aa fi lammii isaanii kan lubbuun boqotanitti, gorsa isaanii, jaarsummaa haraara isaanii, tola gargaarsa isaanii, balleessan reebicha isaanii(akka itti na guddisan waanin beekuuf), jaalalaa fi kabaja hawaasni naannoo qabu waa mara dhiisanii firoottan isaaniitti makamaniiru. Awwaalchi isaanii G.SH.Lixaa Aanaa Dirree incinni ganda Qorroo Qarsaa batasakaana ateetee jedhamutti ebla 28 ,2018hirmaachuu dandeessu.
Biyyoon isinitti haa salphatu jedhaan.

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa