"Barattootni mana Barnoota Sadarkaa.....
"Barattootni mana Barnoota Sadarkaa Lammaffaa (Highschool) fi Sadarkaa Tokkoffaa (Elementary) Magaalaa Qobboo Guyyaa Har'aatis Mormii Isaanii itti Fufanii jiru.
Hanga Barattootni Yakka tokko malee Nubiraa Hidhaman Bahanitti Qormaata Hin Fudhannu jechuun Guyyaa Sadaffaaf Dhiitanii bahaniiru.
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Namoota Yakka malee magaalaa Hararitti hidhaman 130 Ol tahan keessaa Namni sadii qofti akka gad lakkifaman hubadheetin jira.
Isaan keessaa Tokko Barataa Haramaayaa University kan taheefi magaalaa Qobbarraa Humna Aga'azin qabamee hidhame Ture FARHAAN bahee jira"

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.