Oromoon akka sabaatti akka of baru eenyummaa isaatiin akka boonuu fii Oromummaan isaatiin akka beekkamu godhudhaan qabsoo Oromootiif bu'ura kan tahe Sabboonummaa Oromooti. Sabbonummaan Oromoo Oromoon akka sabaattii beekkamee aadaa, duudhaa , biyya , Afaan fii eenyummaa qabatee sadarkaa amma irra jiru kanaan gahe. Kan biraa dhiifne akkatuma Abiyyi kara aangootti dhufee MM akka tahu kan godhe wareegama sabboonummaa Oromooti. Dr Abiyyi akkuma dura gaafa haasawa muudaminsaa godhu seenessaa gaafii eenyummaa sabootaa ganee seenessa Ethiopiawinnetitti galee leellistoota Ixoophiyaawinneti biratti jaalatamuus Minilik faa faarsaa ture "Sabboonummaan Oromoo saba guddaa xiqqaa taasise. Guddaa yaaaduu, biyyaaf yaaduu, Afrikaaf yaaduu hambisee waa hunda mandaratti galche!" jechudhaan sabbonummaa Oromoof beecannaa qabu ibsee jira.

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.