yeroo sabboontoota fi qabsaa'oota oromoo gaaffii mirgaa gaafachuu qofaaf mana.....
yeroo sabboontoota fi qabsaa'oota oromoo gaaffii mirgaa gaafachuu qofaaf mana hidhaatti darbamanii hidhaa bahanii ummata isaaniitti makaman gammachuu dachaatu namatti dhagahama.
haaluma kanaan guyyaa har'aa mana hidhaa maa'akalaawii Baatuu ykn Zuwaay irraa hidhamtoonni baay'een nama 20 ol tahan gadi lakkifamanii jiru. isaan gadi lakkifaman kanneen keessaa ijoolleen hiriyoota koo waggaa 11 guutuu mana hidhaa keessatti adamsamaa turaniis bahuu danda'anii jiru. isaaniis obbo Abdii Bakari fi Jaafar mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Haramaayaa kutaa 12ffaa osoo barachaa jiranii kan bara 1999 mana har'a bahanii jiru. Baga gammaddan.

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.