Daily News From Oromia.

"Bara dhiifamaa fii jaalalaa"jechuun akkana. HD kan humna tika biyyattiin "የማይዳግም  እርምጃ" fudhaa jedhee ummata qulqulluu ficcisiisaa bahe badhaasa olaanaa biyyatti badhaafame. Nama badii hoonga hin qabne raawwatee seeraaf dhihaachuu qabuuf badhaasa olaana kennuun kun baga badii san hojjatte jechudha. HD 'f dhiifama godhuun kun ergaa guddaa qaba. Ergaan isaas ajjeechaa hidhaa fii buqqa'insa ummatarratti hojjatamaa tureef namni tokkolleen itti hin gaafatamu jechuudha. Kana jechuun ammoo haqni ummataa akkuma dhimameetti haa hafuudha.

Comments

Post a Comment

Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa