Alangeen kabaja qabdi Oromoo birattii, Kan beeyne

Alangeen kabaja qabdi Oromoo birattii,
Kan beeyne
baradhaa gara fuulduraattii,
Oromoon guyyaa cidhas alangee qabataa,
Siinqes dabalatee uuma isaa kadhataa,

Sirni ittiin bulmaataa keennaa sirna gadaa,
Uffatas qabna kunoo bareeda uffata aadaa,
Sirni gadaa sirna ittiin bulmaata oromootii,
Kan fuul-dura keenya jirus abbaa gadaatii,

Sirni gadaa sirna dimokiraatawa tahuu saayinsii
Hawaasa fi beeytonni seenaa mirkaneessanii,
Jabaadha sabakoo amma gadaan hunduu teessanii,

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa