Hawwasni Oromoo Osloo fi naannawa ishii
Hawwasni Oromoo Osloo fi naannawa ishii
jiran projektii galama Hawwasa Oromoo qabaachuuf karoosanii gaafa Caamasaa 12, 2018 titti sagantaa addaa marii fi fundraising qopheessaa jiru.
Maarree guyyaa kanati hawwaasni Oromoo Osloo fi naannawa ishee qophii kana irraa hin hafinaa!
Kottaa egeree hawwaasa keessanii tolchaa! Jedhu koreen ijaarsa hawwaasa Oromoo Osloo , Norway 🇳🇴. Hawaasa Oromoo Ihoo

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.