Mudano Kadir Martu


dubadhu dubbisi   tarii
seenaa dhabdu
warra shira xaxuu
 oromoo fakkate
 afaan keenya baree
sanyii goobana  hiddi
isaa cinne  kutaafi
amantiin oromoo
qoqqoduuf kunoo nutti
ka'ee.
gosaaf hayyu qeeqa
jimaaf shiisha
borafate.
dhiisi lakki gantu ati
oromoomiti guddifacha duruu
sammun hiqaramne
inni doofa duruu
 maqaan artistii kadir martuu
jedha yeeroo moggafatu
artistiin midiyaa irra
bahee wan gudedda shamarran
arsii hasayu kun wa
artistii tahu artistis
bakka bu'u.
maqaan sila gudda
moggafate kadiir martuu.
yaa qeerro dubbadhu wa'ee
 gantuuf yartuu.
warra saba ko oromoo
amantiif kutaan gargar
fafacaaftuu.
KADIIR MARTUU
weellisee jira kiliphi gudeedda shamarran
arsii jedhu
silaa ufifu kola'ee jiraa
qaama moo afaaniin gudeedu
 wayyane kolaase gafa
sodaani qabde
 shamarran sikkof mandoo
gudeeduuf dura
niiti maqaaf qabu
qanyii dhisee biyya bahe
 sababa basaftu wayyanef
misensa shane tahef
carra saniin akka
tasa
 biyya faranji gahe.
ufifu kolaee akkami gudeeda
 anatti kan ajaiba tahe.
kanan artistimo marattu jettan
jecha isa yo kan hubannu tahe.
 mana qorsaa geessa fira yoo qabaate
 silaa fira qabuu firri isa shiishaf
jimaa ilkaan irra fixe jiraa.
ya hololtu sobdu ati artistimiti
artisti kijiba
qabsaya fakkatte
oromoo amantif kutaan
didiguudhaf katee
 shamaran sikkof mandoo
warqiidha gudeeda bukketiif
hin maltuu.
silaa ati kolaate jirta
afaan malee ijaanu
 hingartuu.
ani si beeka kalee wayta
finfinne markaaatto
keessatti shintibeeti
keessa
mana bultii birri lama
 lamaa bultu.

yaadadhu siif hima bara 2012
akka awroophatti
 gaafa
markatto
mana faxe
bultii birri shani firaasha
citaadha qabatte
achi galtu ani waansijedhe
 yaadadhu ati artistidha ma kana kessa galta bakki tun sifi maltu jedhee sigaafannan
waraana wayyane na barbaada
kanafin dhokadha kalee dhufe dirre dhawaa irra 
najjette
 yaadadhu mucatti biyya araba
 irra qulla ufi buute
rakkatte mana qarshi shan shani akka tasa manq faxee keessa
 isi jirtu barbaaduf dhufe 
sababa isi si agarran  si dubbise. baala jima nyaatta baranda jala teesse
yaa muca bareeda ati oromoodha jette na gafatte.
nu jiradhu jette akka sheeka duyi
anarratti raabsite ati
silaa rakko keessa
jirta barca narra feeta
 qarshi dhibba sif kenne.
 gaqabii yaadadhu
wallahi dhugaadha
dubbi soba miti inniyyu nibeeka 
yo sammun nagaa qabaate
inuma yaadata.
sheer hindagatiin fudha
biraan gaha.

XUMUREE JIRAA.

waee kadir martuu.

silaa ati bukkedha
arraba hin quuftuu.

yeeroo biraa siif dhufa
waa'ee jawaar muhammad kan atii lalaayxuu
ya ilma gudifacha hayyu oromoon akk qaroo ija ufii laaltu
siifaan kafala xurii  ati jawaaritti laayxuu.
 yaa gantu ya yartuu
atii gudifachaadha malee oromoo qulqullu hintaatuu.

silaa luuyna male silaa gantuf
galtuudha malee
gootaaf hayyun jawaariin
 hijjibbu.
warra kaayoon isa xuri miseensota
shanee  warra kijibaaf oromo diddiguun nuti oromiyyaa ijaarre.
buaa warra oromoo diddiguuttu jawaar funaanee oromiyya ijaaree. kana beeki
ya kadiir
martuu
ya ilma kolaa'ee.

by qeerroo baalee oromticha qulqullu ilma bareef bareentuu
ilma sikkof mando  sanyii waaqoo guutuu

kutaan nu tuqiina isiin warri yartuun.
warri maqaa beeyne  diqaala tahu kee silaa ufi beeytu  qeeqa gootota nurra dhaaba. nuti oromoon tokkuma ilmaan bareef bareentuu.
wallagga biyyako
boorana biyyakoo
gujiin biyyako
jimmaan biyyako
walloon biyyakoo
harargeen biyyako
arsiin biyyakoo
shawaan biyyako 
kaarrayyun biyyako
finfinneen hadhuurri
oromiyya dhiigako
 baalee madda
walaabuti
 galmi oromtootaa.
  baalee dhaloonniko oromiyyadha gostito oromummadha dhiigniko.
isin jaaladha qeerroof keerriitti too
oromoo hurtee kuush  ilmaan boranaf bareentuu.

lakka nuntutuqinaa warri seenaan yartuu.
lakka nun qoqqodina amantaafi
kutaan warri seena qabne basastoonni
diinaa.
ufuma maraatta malee oromoo gargar hiqqooddu yoomuma.

isinin boonna isiin jaalanna gootota oromo

1/jawaar muhammad

2/lammaa magarsaa
3/
4/dr maraara guddinna
5/ dr abiiyi ahmad

6/baqalee garba
7/jeneraal kamaal galchu
8/ jeneraal artisti umaar usleymaan
9/ artisti kabajama haccaluu  hundessa
10/qeerroo oromoo hunda.

jawaar jechuun
waaqoo gutuu jechuu.

dr maraara  jechuun taddasa birru jechuu.

kamaal galchuu jechuun aliyyi cirrii huseen bune jechuu.

lamma jechuun baroo tumsa jechu.
dr abii jechuun elemoo qilxu jechu

baqqalaa garba jechuun abdiisa aaga jechuu

jiniraal umar jechuun  H/ Aadam  saddoo jechuu.
haccaluu hundeessa jechuun eebbisa adunyaa jechuu.
 qeerroo jechuun warra sabaaf yaaduu jechuu qeerroo jechuun rasaasa jechuu.
maali maraattuun kan maqaa goototaa nu nyaattuu kadiir martuu duraanu maraattee ammas sareen maraatte tan akka teetii si ha nyaattuu.

(((((((by qeerroo baalee.))))))))

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa