One of Oromo women got Lost and her family is looking for har please report to to us if you see her.
#IYYAAFANNOO
Shamarreen oromoo jireenya gadadoo keessa jiran irraa maatii isaanii fi ofiis jijjiiruuf gara biyya ambaatti cehan achibuutee isaani dhabamuun dabalaa dhufe.
Shamaree maqaan isii #Dursituu Abdii siraco kan jedhamtu dhalattuu derree dhawaa ganda qafiiraa kan taate akkuma jijjiirama barbaada manaa baateen achi buuteen isii kan dhabame amma bara tokko guute dhabamuun isii biyya suudaani fi libiyaa jiddutti akka tahe beekamee jira.
Haala kanaan maatiin isiin du'aa jiruu isii dhabuun baayye rakkaachaa jiran hanga biyya masri illee namni ergamee jira waan argatan hin jiru namni masri jiru sagalee isii gaafa libiyaa jirtu bara tokko dura dhageye waldubifnee jedhe namni kun akka keesa beekutti dallaalli isii manaa baase sabaan guraagedha maqaan isaa #Anan jamal jadhama lakoofsi isaas 00249965371161 kana tahuu fi sudan jiraachuu isaa nutti himee.
Dallaaltichatti yero itti bilbilamee waa'ee isii gaafatame akkana jadhee dubbate mucayoon mataan dhukkubee demiinsarraa hambisanii amma gara biyyaaa as deebisu jirran eega jadhee dubbate bara tokko guute garuu haga ammaatti hin argamne amma namichatti bilbilanii yoo gaafataniis namarratti cufaa jira.
Kanaafu yaa ilmaan oromo gara sudan fi libiyatti argamtan hundii keessan adaraa lammummaatiin mucayyo tana akka nuuf iyyaafatan isin gaafan foontu fooniif hadooda jadhe oromon namni isii arge ykn quba qabu yoo jiraate lakkoofsa bilbilaa maatii isii 00251915006408 00251927801525 kanaan bilbiltanii akka himtaniif adaraa lammiin lammiif gaachaana taheen isin gaafana share godhuun waldhaqabsiisaa.
//Maqaan isii Dursitu Abdi siraco//
Dire Dawa, Ganda Qafiiraa
// Suraan isii kan armaan gaddi mulatu kana


Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.