Today News OROMO #Protest got Killed in

Guyya 15 barra 2018

Obboleessi Keenya Bulee Horaatti Guyyaa Hadhaa Agaaziin Bifa Suukannaa Te'een akkanatti ijjeette #Ji'oo #Goffiloo Jedhama jiraataa aanaa Surroo Bargudaati.
#Seenaan Si Yaadata
#Qeedhoo_Oromoo_Gujii irraa

Oromoo male an nama akka oromoo kanati badii takka male qaqqalame dhume hin agare hin dhagenye😢☝️

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa