Beautiful Ethiopian girl Accepted ISLam in Dubai.
dhugaa akkam natti toltee bagaa rabbin ifatti sii basee 💘💘💘💘
As wr wb
Naf gammaadduu laata yaa obbolleyyan muslimaa~~biyyii dhalota koo baalee robeeti ' ammaf kan jiru dubai
Maqaan koo innii jalqabaa #Caaltuu #Habtaamu jedhama Amaantin koo kiristaana turee hata'u malee ALHAMDULILLAH ergaa amanta muslimatti debi'ee waggaa tokko gutee jira maqaa kotis #kadiijaa na mogaasani jiru kuni hunduu anaf gamaachuudha muslimmumaa olitti wanti barbaadu hin jira nattin fakkaatu akasumas amanta qofa jijireen bu'aa naf hin qabu #harkaana islaamatifi #imaanas hordofeen barachuun qaba kanaafu qur'aana dubbisuun xiqqoo natti ulafaata wan jiruf du'aaii kessaniin na bira dhabbadhaa yaa ummaataa lailaahillaalllan walittii nu qabde
Matii kotifis rabbiin na kadhaa akka karaa haqaa irraattii naf deebi'aani shahaadamaan yaa obbolleyyan koo ani obbolletti tessan tamuslimaati rabbiif jechaa isiin jaaladhaa nagenyii rabbii isin waliin hajiraatu
Mee second tokkof mashallah jedhii

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.