Oduu_Raayyaa_Ittisa_Biyyaa

https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=310514106194880&id=19013045823324#Oduu_Raayyaa_Ittisa_Biyyaa
Anga'onni Jeneraloota 13 Sooramaan angoo isaaniirraa arihamani jiru.
Kuniis #Reformi(Jijjiirama) Waraana Raayyaa ittisa biyyaa keessatti jalqabame galmaan gahuuf akka tahees himamee jira.
Jeneraloota kana keessaa
1.Major Jeneral Birhan Nagash(itti gaafatamaa Ijaarsa Waraanaa kan ture)
2.Letenal Jeneral Halfom Ijjigu
3.Majer Jeneral Mulu Girmaay
4.M.J Yohannis Wolda Goorgis
5.M.J Atikilte Barihe
6.M.J Ibrahim Abduljalil
7.M.J #Gebre_Diillaa  yoo tahu namtichi Mejar Jeneral Gebre Diillaa jadhamu kun #Abdi_Illee duuba taa'uun ummata keenyarratti miidhaa gaggeessa akka ture ni yaadatama.
Jarreen arihaman kun irra hedduun Jeneraaloota Wayyaanee yoo tahu,Qabeenyaa ummata saamuun warra ummata keenya dararaa ture akka tahe beekkamee jira.
Yeroo muraasa dura J.Abreha W.Mariyami fi J.Mahari Mashoo angoorraa kaafamuun gaggeeffamuum isaanii ni yaadatama.
Itti Muddi
Save oromia border

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa