SEENNAA SHAMARAN KEENYAA BIYAA AMBAA KEESSATTI BU'AA BAYII MEQAN BODAAN ITTIN AJEFAMAN KEESSAA HANGAA TOKO.
SEENNAA SHAMARAN KEENYAA BIYAA AMBAA KEESSATTI BU'AA BAYII MEQAN BODAAN ITTIN AJEFAMAN KEESSAA HANGAA TOKO.
Shamaran bayeen isani harmee ton rako keessaa basa, jirenyaa kiyyaan foyeesaa jatee yeerro mana Harmee ishee gadhifted batutii harmen ishii wan qaban gurgurtee ergitii gara biyyaa Arabatii Gageesitii.
Egaa akuma harmeen ishee holaa fi Sangaa tokichaa qabduu gurgurteefi gagesitetii ishenis jirenyaa mattii ishee kana foyesuf kara biyaa amabaa imaltee, yeerroo achii geesuu jirenyii achii dacha dachan kan mattii ishee iraa baredulee garu wanii hundii aka isin yadee hintaneef turee mulatee.
Yerroo kan ishenis ciminan hojachuf murtesitee hoji egaa qacaramtee bodee ji'aan matti isheetif Qarshii argateraa ergittiif hatahuu garuu qarshin kun muramee kukutamee xina ta'ee mattii ishee kan biraa gahaa, namani ishen itti kenituu Qarshii kana iraa kutatee hangumaa isatii tolee wan erguf jechudhaa.
Isheenis Halkanifii Guyaa oso janee garaa ishee hidhatee hojatee matti ishee kan rakoo keessaa jiruu san rako keessaa basuf Tatafatii, dubaa maree yorroo toko toko warii arabatis mindaa kee ji'aa itti anu walin sif kaninaa jechudhan duraa tursisuu.
Ishenis caraa biroo wan hinqabnef hayee tolee jatee kan murtesituu tahaa, achii bodee mattin ishetis kan ishee tanaa egatuu yoo tahuu ishen ilmeen ganaa wa meqaa ishee egatuu tun garaa hidhatee hojii ishettii halkanifi guyaa barisifatii.
Gafaa jinii gahuu maree Mindaa koo fedhaa jatee gaftaii warii Arabatis kan kan jedhun amalee hin qabnuu ji'aa ittii anutii nu egadhuu kan jedhun yoo tahuu garuu miciyoon tiqon tun keessii isi arin kan gutamee tahuleen gadaa walin hayee mal rako qabaa an ka jiruu isin biraa mitti jateeni hayee jatee ustii.
Matin ishee Qarshii isheen ergituf saniraa ishee yadahuu mal tatee malif akanatii ustee kan jedhudhan garuu ishen fetee oso hin tanee kan mattii ishen addan fageesee rako bayee wan jirufi, maree guyyaan akuma demun jinii dabalamee bayatee ishelee arsu egalaa.
Yerroo kana an hojii lakisu fedhaa Horii kiyaa haqaa kiyaa naf keenaa jatee kan gafatuu yoo tahuu, haqumhaquma ishee san gafachudhan jirenyaa ishee kan fulduralee dhabdii warii Arabaa Hurkaa ishee wan gafatef FoqirFoqiraa darbu yoka Fanisuu ofin of ajeftee jechudhaf dubaa maree ishee boqatulee matin ishee boqachuu hindandenyee, jirenyii isanii kan Namaa ofjibisisuu tahee mulataa.
Yaa Obboletii too yaa Obbolesa koo Rakoraa wal tiksaa.
Yoo sittii tolee share godhii, yaddaa kettilee nuf baresii.
Baressan Abse.

Dubaa mal godhuu qabanaa kan jedhuu yadda keessan mee?
ReplyDeleteYanii Umataa mal aka fakatuu mee ha laluu Duran Dursee.
ReplyDelete