RAKKOO_HARARGEE •Guyyaa har'aa Aadde #Xayyibaa_Hassan G/H/L Magaalaa #Ciroo dhaquun marii ummataa waliin gootee, Bulchaa Ummanni filate diduun kanuma nuti isiniif ergina kana dirqiin qeebalaa jattee kutte.
#RAKKOO_HARARGEE
•Guyyaa har'aa Aadde #Xayyibaa_Hassan G/H/L Magaalaa #Ciroo dhaquun marii ummataa waliin gootee, Bulchaa Ummanni filate diduun kanuma nuti isiniif ergina kana dirqiin qeebalaa jattee kutte.
Kuni hawaasa tuffachuudha, Sirna wayyaanee moofaa/Dulloomaa warra #TPLF saniin garaagarummaa hin qabu. Ummata bal'aa mirga isaanii fi waan isaan filatan diduun, kan isaanii irratti fe'uun Diktaatarummaa/Abbaa irrummaadha. Anaatu siif beekaan haftee jirti, Ummanni isinirraa fudhatuus hin jiru.
•Waan kana mootummaan hatattamaan furmaata itti kennuu yoo baate, Balaa isaan eeggatuuf OPDOn qophii ta'uu qabdi.
•"Ni beeyti ni beeyti jennaan Kitaaba dhiiyxe" ja'an jaartiin kabiiraa. Tanuma dubbiin OPDO tunis.
Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.