Barruun dhimma G7 irratti katabe sun warra isinitti dheerateef - cuuncaan isaa qabxii dabalataa tokko wliin gabaabinatti kan armaan gadii kana.

Barruun dhimma G7 irratti katabe sun warra isinitti dheerateef - cuuncaan isaa qabxii dabalataa tokko wliin gabaabinatti kan armaan gadii kana.
==============
Jarri filannoon akka dheeratu maaf barbaadan?
- Ammatti comparative advantage hin qaban. Humna  jaaramayaafi dammaqiinsa ummaataa nutti dhihaatu hin qabnu jedhanii yaadu. Kanafuu yoo yeroon dheerateef;
- sabboonummaan Oromoo ni laaffaya jedhanii waan abdataniif
- Humni Qeerroo ni laaffata jedhanii abdii qabu
- Dhageettiifi deeggarsi #TeamLemma qabu yeroo waliin laaffachaa akka deemu beeku
- Deeggartoota  isaanii kakaasanii dhiibbaa uumuum heera mootummaa jijjiiruu fedhu. Kana ammoo duruu eegalanii jiru
- Dhaabota Oromoo yaadaan gargar qoqqoodanii laaffisuun dorgoomaa dadhabaa waliin fiiganii moohuu barbaadu.

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa