#ODUU_GAMMACHIISAA Ummaata oromoo Biyyaa keessaatti Argaamn hundaaf

#ODUU_GAMMACHIISAA         
Ummaata oromoo Biyyaa keessaatti Argaamn hundaaf
..
Bahaa dhihaa, kabaa fi kibbaa Xiqqaa guddaa ,dhiraa shamaraa ,Manguddoo Qerroo,Musilimaa fi kiristtaana osoo hin jennee Ilmaan oromoo hundaaf

Tokkocha Godina  Baalee leenca ilma suleeyman guddisaa #Haaji Aadamii saaddoo kan ta'e yeroo dhihoo keessati akka galuuf jedhu dubbate jirra dhaloonni ilmaan oromoo guutuun bahaa fi dhiha jirtan guyyaa jeneraalli qabsaayaan qabsoo oromoo abbaan qeerroo ganamaa gaafa inni dhufu simannaan adda ta'e akka godhamuuf abdii qabna ummata oromoo biyya jiraatu keessaa keessati ijoolleen baalee daa'imti garaa jirullee akka hin hin hafne nurraa dhaamsa kana waliif dabarsa umar suleeyman jechuun qabsoo ardha ummani oromoo irrati sirbu kana inni bara qabsoo keessa turetti foon isaa akka makiinaatti ba'aa hunda danda'ee dhiiga isaa akka beenzilaatti fayyadamaa nama fuudhee nutti kenneedha amaanaa gootota kaleessaa. Baale wanti beekamnuun keessaa seenaa fi gootummaa waliif dabarsaa deemuu malee takkaa biyya keenyaa fi amantaa keenyas gurgurannee hin beeknu ammas hin barannu . Sheer gochuun walif dabarsaa simaanaa isaa addaa ta'uun Dinnaa ilmaan oromoo haa garaan gubbaatuu

Galatooma

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa