Lammaa Magarsa Fi Abey Ahmed

Akka seequ keessani nuuf haa tahu barrii,
Isin dagdee akka isin hin galaafanne jarri,
Ufeega wal eegaa waliin tarkaanfadhaa,
Rakkina saba keessani hundaa gaggaafadhaa,
Isa moofe diiga haaromsatti tarkaanfadhaa,

Saba keessanis gammachiisa hojii garii hojjadhaatii,
Kunuunsa lammii keessan rakkina isaani hubadhaatii,
Sirna gabroomfataa haxirii itti diiga nurraa gataa,
Sabni keessan lammii keessan yoo san isin abdataa, Biyyaa tenyaa fii umataa keenyaa Gudisnaa
             Abey Ahmed and Lammaa Magarsa.

Isa nu ajjeesu seera jala oolchaa adabbi itti kennaa,
Yeroo san nuti jabaannee humna keennan cimnaa

Comments

Popular posts from this blog

Sirna awwaalcha Jaal. Galaalchaa