Help please.
Maqaan koo Asafaashi jedhama, umriin koo waggaa 26. Akka ummanni keenya feesbuuk irratti Rabbiin namaaf kadhatu ni beeka, Ijoollee hin qabu, Abban warraa koo dhiyeenya kan adunyaa kan irraa boqote. Dhibee cogaarra, kaleef malanooman baayyee waan natti guddateef Boru Opporeshin ta'uu waan deemuf maalo Rabbiin naaf kadhadha du'a'ii naa godhaa. Dubbistan qofa hin dhiisinaa SHARE gochuun nagargaara, wanti narra ga'e isin irra hin gahinii. Maalo SHARE godhaa na deeggaraa.

Comments
Post a Comment
Thank you for your comments.
Please make sure that you subscribed to my websites.